Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo daawwate
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo magaala Duukamitti argamu daawwateera.
Ityoophiyaatti daawwanaarra kan…