Ispoortii Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa 2019 ifoome Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) –Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ifoome. Preezdaantiin Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa atleetota badhaasa atleetii cimaa…
Fayyaa Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsame Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinne, Amajjii 13, 2012 (FBC)- Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsameera. Yeroo dhiyoo as vaayrasii haaraa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejibaa gamaaggama raawwwii baatii 6 gaggeessaa jira Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Ministeerri Geejibaa gamaaggama raawwwii baatii 6 naannoolee fi dhaabbilee wamamoo waliin gaggeessuu eegaleera. Gamaaggamni kun guyyaa har’aa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Hararii fi Artaan waliigaltee obbolummaa isaanii cimsu mallatteessan Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Magaalaan Hararii fi magaalaan Jibuutii Artaan waliigaltee obbolummaa isaanii cimsu mallatteessan. Jilli hoggansa olaanoo naannoo Hararii preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa booru walga’ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa. Walga'ichaanis wixinee labsii namaan daldaluu, nama…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii rakkoo harkifachuu proojektootaa furuu danda’u qophaa’e Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Wixineen labsii rakkoo harkifachuu proojektootaa itti fufiinsaan furuu danda’u qophaa’uun ibsame. Waggoottan shanan darbanitti proojektoonni gurguddoon…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan fooramii diinagdee addunyaa irratti hirmaachuuf Daavoos jiru Obse Wakgari Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan fooramii diinagdee addunyaa irratti hirmaachuuf Daavoos galan. Jilli itti aanaa muummee…
Idil Addunyaa Seeneetiin Ameerikaa % 51 Traamp aangoo irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa % 51 Preezdaant Traamp aangoo isaanii irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ragaan funaanname ni agarsiisa. Seeneetiin…
Oduu biyya keessaa Gamtaan siivikii filanno dhufurratti hawaasni akka hubatuuf ga’ee isaanii ba’achuu qabu – Hayyoota Wabi Fufa Jan 21, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Gamtaan siivikii filanno dhufurratti hawaasni akka hubatuuf ga’ee isaanii ba’achuu akka qaban hayyoonni hubachiisan. Faanaa Broodkaastiing koorporeet…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa gaggeesse Wabi Fufa Jan 21, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa 209ffaa gaggeessen ajaanda garagaraarratti mari’achuun murtii dabarseera. Manni maree…