Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Hidha Haaromsaarratti walga'iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi har'a Muddee 29 fi booru Muddee…