Ispoortii Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame. Tapha…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) -Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome. Sirna baniinsaa irratti dubbii kan taasiisan Ministirri Galiiwwanii adde Adaanach Abeebee,…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame. Shaampiyoonnicha…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa filannoon bara kana akka gaggeeffamu ejjennoo cimaa qaba jedhame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoon biyyaaleessaa bara 2012 akka gaggeeffamuu qabu ejjennoo cimaa qabaachuu beeksise. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Handhuura Finfinnee Gootaraatti ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame. Sirna eegalchiisuu kana irratti itti aanaa Kaantibaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni sirna Gadaa Yaaballootti kabajamaa ture har’a ni xumurama Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Guyyaan Sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa leenjitoota 1,300 ol ebbisiise Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI miseensota raayyaa ittisaa 1,300 ol ebbisiise. Ebbifamtoonni kanneen guddina sadarkaa fi ijaarsa dandeettiin…
Idil Addunyaa Ajjeechaan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii waraana dhaabsisuuf malee eegaluufii miti – Donaald… Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Hogganaa humna waraanaa Iiraan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii Ameerikaan ajjeesuun ishee waraana dhaabuuf malee eegaluufii miti jedhan preezedaantin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Goondar barsiisota, barattootaa fi hojjettoota 73 irratti tarkaanfii fudhate Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitin Goondar barsiisota, barattootaa fi hojjettoota rakkoo uuman 73 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Barattoonni, barsiistonnii fi…
Oduu biyya keessaa Eejansichi barattoota gargaaraa tiraafikaa 532 ebbisiise Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Eejansiin Maanaajimantii Tiraafikii Magaalaa Finfinnee barattoota gargaaraa tiraafikummaan leenjisaa ture ebbisiise. Eejansichi barattoota leenjisaa…