Oduu biyya keessaa Jilli obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa gale Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Korporeeshinii Misoomaa Paarkoota Indaastirii obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa galeera. Jilichi wayita…
Oduu biyya keessaa Daandii laga Gibee – Jimmaaf suphaan taasifamaa jira Obse Wakgari Jan 5, 2021 0 Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Konkolaatootta hedduu keessummessuu fi heddummina tajaajilaatin kan miidhame daandiiin laga Gibee-Jimmaatif suphaan taasifama jira. Daandiin laga…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa beekkamuu Biiroon Barnootaa naannoo Oromiyaa beeksise. Qormaatni Sadaasa 30 hanga Muddee 2, 2013tti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallaatt balaan Ibiddaa muudate qabeenyarra miidhaa qaqqabsise Sifen Megersa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Godina Arsii-lixaa Aanaa Shaallaatti guyyaa har'aa balaa ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 10 gubachuu himame. Aanaa Shaallaa ganda Daannisa bungee…
Oduu biyya keessaa Birriin sanadaan qophaa’e biiliyonni 23.8 maallaqatti jijjiirramuu akka qabu korichi… Sifen Megersa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Waajjira damee kaffaltoota gibiraa olaanootti birriin sanada qofaan taa'e biiliyoonni 23.8 gara maallaqaatti jijjiirramuu akka qabu koreen dhaabbii galii,…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makkonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee dippiloomaatootaaf ibsa… Sifen Megersa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministrri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee garee bakka bu'oota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Maallaqa fudhachuun karaa seeraa alaa gara biyya alaatti ergaa kan turan hoggantoonni fi… Wabi Fufa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) –Maallaqa fudhachuun karaa seeraa alaa gara biyya alaatti ergaa kan turan hoggantoonni fi hojjettoonni Immigireeshinii too’ataman. Lammiilee karaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofatu hafe – Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay Wabi Fufa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofti akka jiran Hoogganaan waajjira Buulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay obbo Gabra Masqal ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf… Wabi Fufa Jan 4, 2021 0 Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) –Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin…