Ityoophiyaa fi Hindi waliigaltee garagaraa hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’u mallateessan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Hindi Subraahmaaniyaam Jaayshankaar waliin…