Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 gaggeesse
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeesse.…