ABUT garee ABO Shaneetti fayyadamuun naannoo Oromiyaatti halleellaan raawwachuuf ture fashalaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- ABUT garee ABO Shaneetti fayyadamuun naannoo Oromiyaatti halleellaan raawwachuuf ture fashalaa’uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibseera.…