Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Mar 18, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Bakka bu’aan Daayreektara…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Preezdaanti Taanzaaniyaatti gadda itti dhaga’ame… Wabi Fufa Mar 18, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Preezdaanti Taanzaaniyaa Joon Maaguufuulii gadda itti dhaga’ame ibsan. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,704 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 17, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 8 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,704 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan guddina ishee itti fufaa taasiisuuf muuxxannoo Humnaa Arjentiinaa ni fudhatti –… Sifen Megersa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu'oota Uummatti walitti qabaan koree dhaabbii dhimmoota hariiroo alaa fi nageenyaa Dooktar Nagarii Leencoon jila Ityoophiyaatti…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n… Wabi Fufa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n injifateera. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa…
Oduu biyya keessaa Falmii filannoo taasisuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet dabalatee dhaabbileen 11 filataman Wabi Fufa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Falmii filannoo taasisuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet dabalatee dhaabbileen 11 filatamuu boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddara Sawuud Arabiyaa waliin marii’atan Wabi Fufa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddara Sawuud Arabiyaa Saamii Jaamil Abdulaahin waliin…
Oduu biyya keessaa Buuffanni rabsaa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame Sanbata dhufu eebbifama Wabi Fufa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Buuffanni rabsaa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame Sanbata dhufu eebbifama. Ministirri Innooveeshinbii fi…
Biiznasii Hanqinni dhiyeessii Simmintoo fi Sibiilaa hojiilee ijaarsarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Hanqinni dhiyeessii Simmintoo fi Sibiilaa hojiilee ijaarsarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu Waldaan Dhaabbilee Hojii ijaarsaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan michuu Ityoophiyaa murteessituudha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Sifen Megersa Mar 17, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Mariin Siyaasaa jalqabaa Ityoo – Chaayinaa sadarkaa Ministir Deettawwaniitti gaggeeffameera. Marii viidiyoo Konfaransiin gaggeeffameerratti…