Hojiin babal’isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Hojiin babal'isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu birrii biiliyoona 1.6 hojjetamaa ture xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu eegaluu ibsame.…