Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan milkiin xumurame Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Iddoowwan rakkoon nageenyaa turanitti barattoonni qoramaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan firiin darbiinsa qormaaticha dhiibbaa xinsammuu…
Oduu biyya keessaa Oomisha Qonnaa alaa galu hambisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) –Oomishaalee Qonnaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojiin sanyii filatamaatti sona dabaluu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 17ffaa Bahaar Daaritti gaggeessaa jira Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 17ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Bahaar Daaritti gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi turtiisaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu Jibuutii gale Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Jilli Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii galeera. Jilichi wayita…
Idil Addunyaa Sudaan humni nagaa kabachiisaa Daarfuul akka turu gaafatte Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Sudaan yeroon humni nagaa kabachiisaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daarfuulii ba’u akka dheeratu gaafatte. Kaartuum iddoolee rakkoo sodaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaannoota Waashingitaan Diisiitti hiriira ba’aan galateeffatan Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Ityoophiyaannoonni Waashiingitaan Diisii jiraatan haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonnii fi Dippiloomaatoonni 40 ta’an Maqalee daawwatan Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ministir Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee Ambaasaaddaroonnii fi Dippiloomaatoonni teessoo isaanii Finfinnee…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Taanzaaniyaa Maaguufuuliin koroonaan qabamuun Hospitaala Keeniyaatti argamu galan Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Weerara Vaayraasii koroonaa tuffachuun kan beekaman Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliin dhibichaan qabamuun Hospitaala Keeniyaatti argamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota15 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu’uura kan hin qabneedha… Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu'uura kan hin…