Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Noonnoo Beenjaatti balaa Bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Rooba cimaa guyyaa kaleessa…
Biiznasii Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni 279 walitti qabame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 79 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Bara kana…
Ispoortii Ityoophiyaa 1-1 Burrundii Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru. Jiraattonni Godina Arsii sangoota 100, re'ootaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa namoota galmee Dooktar Dabratsiyoonfaa jalatti argaman 62 irratti himata bane Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Abbaan Alangaa namoota galmee Dooktar Dabratsiyoona Garmikaa’eelfaa jalatti argaman 62 irratti himata banuu beeksiise. Namoonni himanni…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Raayyaa Ittisaatti makaman Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aadde Geexiituu Siisaay Raayyaa Ittisaatti makamaniiru. Guyyaa boruu gara adda…
Fayyaa Bulchiinsa magaalichaatti sagantaan galateeffanaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa gaggeeffame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa ogeeyyii fayyaa weerara vaayrasi koroonaa ittisuurratti gumaacha…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwataman – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Gamaaggamni raawwii hojii bara 2013 Ministeeroota waliin taasiifamaa ture xumuramuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Idil Addunyaa Isiraa’eel Gamtaa Afrikaa keessatti iddoo Taajjabdummaa argatte Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Isiraa’eel Gamtaa Afrikaa keessatti iddoo Taajjabdummaa argachuu ishee ibsame. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Isiraa’eel Yaayir Laappiid…
Biiznasii Bara baajataa kana daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.62 argame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Bara baajataa kana daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.62 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise. Galiin…