Oduu biyya keessaa Ayyaanni Arafaa magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een magaalaa Jimmaatti kabajamuu eegaleera. Abbootiin Amantaa fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Misooma Waliigalaa Madda Walaabuu ayyaanaa Arafaa sababeeffachuun horii qalmaa deeggarsa… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) –Dhaabbanni Misooma Waliigalaa Madda Walaabuu Horii qalmaa kuma 40 mootummaa Turkii irraa deeggarsaan argate ayyaana Arafaa sababeefachuun…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Loomiin guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Af-Yaa'iin Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aaddee Loomii Badhoo Guutiinsi Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuun Ityoophiyaanootaaf missiraachoo… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuun Ityoophiyaanootaaf missiraachoo guddaadha ta’uu Ajejaan Walii galaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Arafaa nagaan akka kabajamu qophii barbaachisu… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Arafaa waggaa 1442ffan nagaan akka kabajamu qophii barbaachisu taasiisuu beeksiiseera. Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Preezdaantiin…