Booyiing kaasaa miidhamtootaaf kaffaluuf waadaa galee doolaara miiliyoona 500 kaffaluu eegale
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Kaampaaniin Booyiing kaasaa miidhamtootaaf kaffaluuf waadaa galee doolaala miiliyoona 500 kaffaluu eegaleera.
Kaampaaniin Booyiing balaa xiyyaaronni…