Namoonni faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba’uuf turan 51 to’ataman
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba'uuf turan 51 naannoo Amaaraa godina Lixa Goondar magaalaa Gandaawuhaatti…