Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 hatuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture too’atame
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 ukkaamsuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti too’atamuu…