Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa fi dargaggoonni Addabaabayii Masqalaa qulqulleessan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Ejansiin Bulchiinsa balfa gogaa magaalaa Finfinnee Yaa'ii dhaabbilee amantaa waliin ta'uu kabaja Ayyaana Daamaraaf Addabaabayii Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan haaraan hundaa’uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Mootummaan haaraan hundaa'uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu abbootiin amantaalee dubbatan. Abbootiin Gadaa fi abbootiin…
Oduu biyya keessaa Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka gaggeeffamu qophiin barbaachisu taasiifamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Afrikaa Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu qabu jedhame Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Biyyoonni Afrikaa filannoo Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu akka qaban Siiminaara Paartilee Siyaasaa Afrikaa 4ffaa Koministiin…
Oduu biyya keessaa Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamee guguramuuf ture… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Torban tokko keessatti Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamuun gurgurtaaf dhiyaachuuf ture to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa Addaa Ingiliiz waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil jila ergamaa Addaa Ingiliiz Miisteer Niik Daayeeriin durfamu waliin dhimmoota waqtaawaarratti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shashamanneetti manneen jireenyaa harka qalleeyyiif tola ooltummaan ijaarraman dabarfaman Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannetti tajaajila hojii lammummaa ji'oota darban manneen jireenyaa 18 xumuramuun harka qalleeyyiif dabarfamuu Bulchiinsi…
Biiznasii Ayyaana Masqalaa hordofee daballiin gatii akka hin uumamneef hojjetamaa jira -Ministeera Daldalaa fi… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Ayyaana Masqalaa hordofee daballiin gatii akka hin uumamneef hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii ibseera. Koreen sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Keessummoota Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa kabajuuf gara magaalaa Finfinnee dhufan Hoteeloonni… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Keessummoota Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa kabajuuf gara magaalaa Finfinnee dhufan Hoteeloonni sirnaan keessummeessuu akka qaban Waldaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tafarii Mallasaa Paarlaamaa Ingiliziitti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa waliin… Sifen Megersa Sep 24, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Ambaasaaddari Tafarii Mallasaa miseensa paarlamaa Ingilizii fi Paarlaamichatti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa Laawurans Roobartisan…