Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 ministeera Fayyaaf laate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii meeshaalee yaala Fayyaa Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 baasu ministeera Fayyaaf laachuu ibsameera.…