Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa seeraan ala Godina Lixa Goondarii gara magaalaa Goondar seenuuf socho'aa ture to'atamuu ibsameera. Shugguxiin Turkii 82 fi…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arsii Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoof Dooktareetii kabajaa laate Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Arsii guyyaa har'aa wayita barattoota eebbisiisu Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoof Dooktareetii kabajaa laateera. Yuunvarsiitiin Arsii…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Godinaa fi magaalaa Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame. Istaadiyeemii magaalaa Jimmaatti gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Ambootti Kaampaasiin Walisoo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 935… Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitii Ambootti Kaampaasiin Walisoo marsaa 10ffaaf barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 935 eebbisiiseera. Sagantaa idilee fi barnoota…
Oduu biyya keessaa Af -Yaa’iiwwan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Federeeshiinii Miseensota… Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Af -Yaa'iiwwan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi Federeeshiinii Miseensota Koongiresii Ameerikaa Kaareen Baasiin durfamu waliin mari'ataniiru. Af…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Joo Baayidan ajeja qoqqoobbii Ityoophiyaarratti dabarsan akka haqan gaafatame Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Preezdaant Joo Baayidan ajeja qoqqoobbii Ityoophiyaarratti dabarsan akka haqan gaafatame Finfinnee, Fulbaana 9,2014 (FBC)_ Ameerikaatti Manni Maree lammiilee Ityoophiyaa Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Godina Walloo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an kuma dhibbi 3 fi… Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaatti lammiilee qe'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kuma dhibba 3 fi kuma 50 oliif deeggarsa dhiyaachaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga’umsa ga’aarra jira… Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) -Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga'umsa ga'aarra jiraachuu Birgaadeer Jeneraal Sayid Tikkuyyeen ibsan. Birgaadeer…
Oduu biyya keessaa Sheer Kaampaaniin Priimayer Liigii Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 8 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa… Sifen Megersa Sep 19, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Sheer Kaampaaniin Priimayer Liigii Ityoophiyaa kilaboota jala jiran 18 waliin ta'uun Birrii miiliyoona 8 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Aanaa Odaa Bultumitti barattoota harka qalleeyyii kuma 2 oliif deeggarsi meeshaalee barnootaa… Sifen Megersa Sep 18, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumitti Waldaan Misooma Oromiyaa fi hawaasni naannichaa waliin ta'uun barattoota harka qalleeyyii kuma 2 fi 50f…