Fayyaa Naannoo Amaaraa Godinaalee 4 keessatti dhibeen Pooliyoo muul’ate Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godinaalee 4 keessatti dhibeen Laamshessaa daa’immanii muul’achuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii sababa haleellaa garee shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif…
Oduu biyya keessaa Biirichi lammiilee sababa balaa lolaan buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Oomoo aanaa Dasanachitti lammiilee sababa balaa lolaan Qa’ee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessaniiru. EBCn adeemsa ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa akka…
Ispoortii Sagantaan dorgommii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Seekaafaa ifoome Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Sagantaan dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Biyyoota Bahaa fi Giddugala Afrikaa qopheessummaa Ugaandaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’e Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’uuf ragaan dhiyeesse fudhatama argachuu yuunvarsiitichi…
Biiznasii Diinagdee Maakroo Tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa hiikuuf ni hojjetama jedhame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee Maakroo tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa fi qaala’iinsa jireenyaa hiikuuf kan hojjetamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Aadde Daagmaawiit Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagmaawiit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin…
Oduu biyya keessaa Giddugalli leenjii ABUT biroon fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Giddugalli leenjii garee shororkeessaa ABUT biroon har’a fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame. Iddichi giddugala…
Oduu biyya keessaa Hawaasni lootee seentoota garee shororkeessaa ABUT saaxiluun naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu… Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Daseetti badii hedduu raawwachuuf karoorfatee socho’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…