Oduu biyya keessaa Duulli Talaallii Pooliyoo Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegale Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo marsaan jalqabaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegaluu ibsame. Godina Iluu Abbaa Booritti marsaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin magaalaa…
Fayyaa Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa iddoolee garaagaraatti eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dawaatti eegalame. Duulli har’aa eegaluun hanga…
Fayyaa Ministeerri fayyaa Godina Geedi’ootti Duula Talaallii Pooliyoo eegalchiise Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ministiri Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa Godina Geedi’oo Magaalaa Diillaatti Duula Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa ifatti…
Oduu biyya keessaa Manni maricha har’a mootummaa haaraa ni hundeessa Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii har’a mootummaa haaraa ni hundeessa jedhame. Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa har’a…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jira – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jiraachuu Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Afaar…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du’uu ibsame Sifen Megersa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du'uu Bulchinsi Godinichaa beeksise. Godinichatti Hongee mudateen loon kumni 14 ol yoo du'an,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laate Sifen Megersa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laachuu beeksiise. Miseensota paartii morkattootaa naannicha…
Idil Addunyaa Yaa’iin Ministiroota IGAD Jibuutiitti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)-Yaa’iin Mootummoota Misoomaa Baha Afarikaa ajandaa mariisaatii dafqaan bultoota, hojii, namoota hojii barbaachafa goodaanaan taasiseera. Yaa’ichaan…
Fayyaa Magaalichatti lammiileen kumni dhibbi 3 ol talaallii covid-19 marsaa 2ffaa fudhachuu ibsame Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti lammiileen kumni dhibbi 3 kumni 66 fi 737 talaallii vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaa fudhachuu Biiroon Eegumasa Fayyaa…