Aanaa Diggaatti Barattoota harka qalleeyyii 4838’f deeggarsi meeshaalee taasifame
Finfinnee, Onkololeessaa 3, 2014 (FBC) - Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti barattoota harka qalleeyyii kuma 4 fi dhibba 838’f deeggarsi meeshaalee barnootaa qindoomina Waajjira…