Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota Godinaaleef muudama laate
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota godinaaleef muudama laateera.
Haaluma kanaan:-
1. Godina Arsii
Obbo Musaaq Furoo ...Bulchaa…