Ispoortii Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa Sifen Megersa Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera. Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har'a Afrikaa Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyoolessaa bu’aa filannoo naannolee Hararii, Somaalee fi Kibbaa ifoomse Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa naannoolee Hararii, Somaalee fi Kibbaatti filannoo gaggeeffamee hordofee ibsa laateera. Ibsichaan waliigala buufatalee…
Oduu biyya keessaa Waajjiirri Giiftii Duree qaro dhabeeyyii 150’f meeshaalee ammayya’oo taasise Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Waajjirri Giiftii Duree qaroo dhabeeyyii 150’f meeshaalee tumsaa ammayya’oo taasiseera. Meeshaaleen kunneen ogeeyyii fayyaa Israa’eelii gara biyyaa…
Teeknooloojii Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu… Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu waliin waggoottan 7 dhufaniif waliin hojjechuf…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen galii hanqina qulqullinaa qaban gara biyyaa akka seenneef dorkaman Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti oomishaaleen galii hanqina qulqullinaa qaban gara biyyaa akka seenneef dorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Naannawaa beeksiseera. Bara…
Oduu biyya keessaa Mootiin Oomaan MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Mootiin Oomaan Heeytihaam Biin Xaariiq Muummee Ministira Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru. Muummeen Ministira Abiy Ahimad baatii…
Teeknooloojii Guugil fayyadamtootaa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu… Sifen Megersa Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Guugil fayyadamtootaa haaraa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu ifoomse. Buttoonni…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa miidhaa bineensoota bosonaarra gahu hambisuuf sanada waliigaltee… Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Bineensa Bosonaa Ityoophiyaa waliin miidhaa bineensoota bosonaarra gahu hambisuuf sanada…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan AGOA Ityoophiyaarraa qoqqobuuf fedhiin agarsiiste birmaduummaa Ityoophiyaanootaarratti… Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Ameerikaan AGOA ‘AFRICAN GROWTH AND OPPORTUNITY ACT’ Ityoophiyaarraa qoqqobuuf fedhiin agarsiiste birmaaduummaa Ityoophiyaanootaarratti kan aggamamee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee fi Interpiraayiziin Tajaajila Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii waliin… Sifen Megersa Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee fi Interpiraayiziin Tajaajila Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…