Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa boru ni kabajama Sifen Megersa Oct 10, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2014 (FBC) -Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf boru ni kabajama jedhame. 'Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun Olka'iinsa Alaabaa keenyaaf' mata…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa kabajame Sifen Megersa Oct 10, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2014 (FBC) - Ayyaanni Irreechaa Malkaa Caffee Tumaa fi Malkaa Sabbataa kabajameera. Bulchiinsa Magaalaa Galaanitti Ayyaana Irreechaa Malkaa Caffee Tumaa haala…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Tokkummaa waggaa 2 keessaatti daawwattoota miiliyoona ol keessummeesse Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)-Paarkiin Tokkummaa hojii kaka’umsa Ministira Muummee Abid Ahimadiin Magaalaa Finfinneetti hojjetaman keessaa isa tokko yoo ta’u tajaajila laachuu erga…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin garee shororkeessaa shaneerratti fudhatamu cimee itti fufeera Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaatti gareen shororkeessaa Shanee qaamolee nageenyaa mootummaa waliin waraanaa baneen hidhattoonni garichaa hedduun…
Oduu biyya keessaa Barnoonni egalamuun dura barsiisonni talaallii COVID- 19 fudhachuu qabu-Dooktar Liyaa Taaddasaa Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)-Barnoonni egalamuun dura barsiisonni talaallii covid 19 fudhachuu akka qaban Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru. Weerarri…
Ispoortii Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1’n xumurame Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014(FBC)-Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1'n xumurameera. Waaliyaawwan Baafana Baafanaarratti olaantummaa…
Fayyaa Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhame Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhameera. Daayreektarri giddugala to’annoo fi ittisa dhukkuba Afrikaa (SDS)…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi waliigala Izii Lixaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaaf sadarkaa guddina laate Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Qajeelchi waliigala Izii Lixaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaaf sadarkaa guddina laateera. Miseensota raayyaa ittisa biyyaa hojii isaaniin bu’aa…
Oduu biyya keessaa Buraayyuutti jala bultiin Irreechaa Malkaa Ateetee marii Paanaaliitin kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Godina adda naannaawa Finfinnee bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti jala bultiin ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee marii Paanaaliitin kabajamaa jira. Marii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan seenaa boqonnaa haaraa wayita eegalteetti eebbifamuun keessaan itti gaafatamummaan… Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yunnvarsiitiin Finfinnee yeroo 72ffaaf muummee garagaraatiin barattoota kuma 6 ol addabaabaay Michoomaatti eebbisiseera. Kantiibaan magaalaa Finfinnee…