Oduu biyya keessaa Mootummaan Imbaasii Ameerikaa akeekkachiise Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiya Imbaasii Ameerikaa akeekkachiisuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootumaa ibse. Imbaasiin Ameerikaa fi dhaabbileen olola sobaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti meeshaaleen waraanaa fi Birriin sobaa kumni 14 ol to’annaa jala oolu ibsame Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti meeshaaleen waraanaa fi Birriin sobaa kumni 14 ol to’annaa jala ooluu qajeelchi polisii magaalichaa beeksise. Daayrektarri qajeelcha…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa biyyoota alaatiin taasifamu caalaa dhiibbaa lammileen ishee taasisaniin Ityoophiyaa… Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Dhiibbaa biyyoota alaatiin taasifamu caalaa dhiibbaa lammileen taasisaniin Ityoophiyaa michuuwwan horattee jechuun Ministir deetaan Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Qormaanni yeroo ammaa Ityoophiyaa mudate seena ishee keessatti isa addaati – Aadde Adaanech… Ayana Dheressa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Qormaanni yeroo ammaa Ityoophiyaa mudate seena ishee keessatti isa addaa ta’uu kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsan. Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa sosochii Ni Ga’aatti makaman Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Weebiin sosochii Ni Ga’aatti makamaniiru. Waang Weebiin sosochichatti makamuu isaanii Fuula…
Oduu biyya keessaa ‘Kaayyoon of-eggannoo Ameerikaa Ityoophiyaa diinagdeedhan dadhabsiisudha’ – obbo Taayyee… Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan ‘Kaayyoon of-eggannoo Ameerikaa Ityoophiyaa diinagdeedhan dadhabsiisudha’ ta’uu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaa sochii ‘No More’ jedhutti makaman Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa naannoo Oromiyaa sochii ‘No More’ jedhutti makamaniiru. Mata duree 'Anis Muummicha Ministeera waliin biyya koof…
Oduu biyya keessaa Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu… Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu qaba jechuun Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi… Ayana Dheressa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi eeruu poolisiif itti laatamu ifoomseera. Qaamni…
Oduu biyya keessaa Itti gaafatamaan waajjira Poolisii magaalaa Dabra Birihaan Komaandar Taayyee Habtagiyoorgiis… Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Namoota sodaa nageenyaa jedhamuun shakkamanii to’annoo jala jiran hiikuu isaaniin Itti gaafatamaan waajjira Poolisii magaalaa Dabra Birihaan Komaandar…