Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Hora Amboo Waggoota 70 booda saaqame Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Irreechi malkaa Hora Amboo waggoota 70 darbaniif cufamee ture saaqamuu ibsameera. Sirna saaqiinsaa isaa irratti Abbootiin Gadaa,…
Oduu biyya keessaa Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetanaal Jeneraal Asraat Deenneeroon ooyiruu qonnaan… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetenaal Jeeneraal Asraat Deenneeroon godina Matakkalitti ooyiruu qonnaan Bultootaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta’uun turizimii Oromiyaa ni… Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Turizimii addunyaa beeksuuf bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta'uun turizimii Oromiyaa ni beeksisti jedhameera. Komishiniin…
Fayyaa Dhaabbanni USAID deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 6.4tti tilmamamu naannoo… Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Dhaabbanni USAID deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 6.4tti tilmamamu naannoo Oromiyaaf laateera. Dhaabbanni kun deeggarsa meeshaalee…
Idil Addunyaa Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan ariifachiiseera – Aanga’oota… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan kan ariifachiisuu Aanga’ootni Ameerikaa ibsan. Taaliibaan Afgaanistaan…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasise Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasiseera. Haaluma kanaan obbo Girmaa Yeshiixilaa itti gaafatamaa…
Oduu biyya keessaa Sirni sagalee laachuu naannolee sadinii karaa nagaan gaggeeffamaa jira- Burtukaan Miidhaksaa Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Sirni sagalee laachuu Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo Harar, Somaalee fi Kibbatti karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu walitti…
Oduu biyya keessaa Fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna – Obbo Dassitaa Leeddamoo Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Qabeenya qabnu sirnaan fayyadamuun fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna jedhan Preezdaantii Naannoo Sidaamaa ta’uun irra deebiin kan filataman obbo…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiya duula deeggarsa namoomaa walitti qabuu eegale Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa duula deeggarsa namoomaa ariifachiisaa walitti qabuu eegaluu ibsameera. Yaa’ichi rakkoo Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudama kaabinootaa haaraa mirkaneesseera.…