Oduu biyya keessaa Magaalaa Jigjigaatti Uummanni Sagalee isaa kennaa jira Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannolee filannoo Magaalaa Jigjigaa keessatti argamanitti Uummanni hiriiraan ba’ee Sagalee laachaa jiraachuu ibsameera. Uummanni haala tasgabbii…
Teeknooloojii Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan nama gaafachiisa… Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti filannoo boru gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu ibsame Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti filannoo biyyaalessaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf buufataalee filannootti qophiin xumuramuu qindeessitoonni buufataalee beeksiisan.…
Oduu biyya keessaa Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jiraachuu ibsameera. Irreechaan Ayyaana ummanni Oromoo…
Oduu biyya keessaa Naannoleen sababa rakkoo nageenyaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa osoo hin gaggeessina hafan… Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa sababa rakkoo nageenyaa fi dhimmoota hawwaasummaan filannoon osoo hin gaggeeffamin hafe naannolee Saditti guyyaa boruu…
Idil Addunyaa Preezdaant Bilaadmiin Puutiin Xaayib Rajiib Ardoohaan waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Raashiyaa Bilaadmiin Puutiin gita isaanii Turkii Xaayib Rajiib Ardoohaan waliin dhimmoota murteessoo ta'anirratti mari'ataniiru. Haala…
Oduu biyya keessaa Obbo Harbii Buhii Warsimee itti aanaa Kaantiba magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudamaniiru Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen Obbo Harbii Buhii Warsimee itti aanaa…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Tuuniiziyaa biyyattiitti dubartii jalqabaa Muummee Ministiraa muudan Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Erga aangoo qabatanii naannoo baatii lamaa kan ta’an Preezdaantiin Tuuniiziyaa Kaayis Saa’iid biyyattiitti dubartii jalqabaa Naajilaa N Roomdaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Aadde Muufariyaat Kamiil dhaabbilee raabsaa fi dhiyeessa deeggarsa namoomaa Idil addunyaa waliin… Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Muufariyaat Kamiil adeemsa raabsaa deeggarsa namoomaa kutaalee kaaba Ityoophiyaa irratti dhaabbilee raabsaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa…