Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 27, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti sirnoota garagaraatin kabajamaa jira. Ityoophiyaatti Haftee hambaa Dhaabbata Bartootaa, Saayinsii fi Aadaa…
Oduu biyya keessaa Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddinaa… Obse Wakgari Sep 27, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisanii fi turtii isaanii xumuraniif sadarkaan guddinaa kennameera. Sirna keenninsa…
Oduu biyya keessaa Kabajni Ayyaana Daamaaraa karaa nagaan xumurame – Komishinii Poolisii Finfinnee Sifen Megersa Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) - Ayyaanni Daamaaraa Magaalaa Finfinneetti kabajame karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalichaa beeksiiseera. Sagantichi akka milkaa'u…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee Ayyaanni Daamaraa karaa nagaan akka kabajamu gumaacha taasiisan… Sifen Megersa Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Ayyaanni Daamaraa karaa nagaan akka kabajamu gumaacha taasiisan galateeffataniiru. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa jaallanuuf jennee jabaannee hojjechuutu nurra jira- Dooktar Hiruut Kaasahu Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa jaallanuuf jennee jabaannee hojjechuutu nurra jira jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasahu. Ayyaanota akka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dambi Doollootti ayyaanni Daamaraa kabajama jira Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Godina Qellem Wallagga magaalaa Dambi Doollootti ayyaanni Daamaraa kabajama jira. Ayyaanichi hordoftoota amantaa kiristaana biratti haala addaan kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Alaa Hindi Subiraahimaan Jaayishaankaar waliin mari’atan Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministir Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Alaa Hindi Subiraahimaan Jaayishaankaar…
Oduu biyya keessaa Hawaasni weerara Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf ofeeggannoo barbaachisaa taasisuu qaba jedhame Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Hawaasni wayita Ayyaana Masqalaa kabaju weerara Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf of-eeggannoo barbaachisaa taasisuu akka qabu ibsameera. Afrii Invast Biiroo…
Oduu biyya keessaa Dhugaan Ityoophiyaa akkuma Masqala iddoo itti dhokfamee ni ba’a- Aadde Adaanach Abeebee Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaatin baga ayyaana Daamaraatin isin ga’ee jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Masqalli nageenya kan itti buusnudha-Abuna Maatiyaas Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas hordooftoota amantaa kiristaanaatiin baga ayyaana damaraatin isiin ga’e jedhaniiru.…