Teeknooloojii Konveenshinichi Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamu murtaa’e Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Konveenshiiniin qorannoo,teeknooloojii fi walitti hidhaminsa Indaastirii Barnoota olaanoo Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamuu murtaa'eera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar…
Teeknooloojii Fooramiin misooma ICT Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Fooramiin misooma ICT qopheessummaa Ministeera Saayinsii fi dhaabbilee Barnoota olaanoon Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira…
Oduu biyya keessaa Labsiin kadhannaa fi Soomaa guyyoota shaniif labsame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibsa har’a laateen guyyoota shaniif labsii kadhannaa fi Soomanaa labseera. Labsiin kun Qaammee 1-5, 2013tti…
Ispoortii Kiristaanoo Roonaaldoon seenaa haaraa galmeesse Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa Lammiin Poorchugaal Kiristaanoo Roonaaldoon kaleessa galgala goolii 2 galchuun biyyisaa akka injifattuuf seenaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjooman Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa 84 ta’an guyyaa har’aa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjoomaniiru. Miseensonni kunneen miindaa isaaniirraa Birrii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Keeniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar Raayshaal Oomaamoon daawwaannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoowwan sobaa baayy’achaa dhufuun hawaasa burjaajiif saaxilaa jira jedhame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Odeeffannoowwan sobaa baayy’achaa dhufuun hawaasa burjaajiif saaxilaa jiraachuu ibsameera. Inistitiiyuutiin Miidiyaa MERSA Akkaadaamiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 35 Beeruutii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Beeruut keessa jiraachaa turan 35 gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjirri Qoonsilaa Jeneraalaa FDRI mana hojii Immigireeshinii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan mallattoo Bilisummaa Afrikaati- Ministeera Alaa Ugaandaa Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ugaandaa Jeejee Odoongoo waliin dhimmoota waloo fi naannawwaarratti mari’ataniiru.…