Biiznasii Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophaa’e Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophii ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Insaastirii beeksiseera. Ministeerichi dhimma waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saanii Harargee Lixaatti harka qalleeyyii deeggaran Sifen Megersa Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun Kilaastera Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota magaalaa…
Idil Addunyaa Buqqaatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan Ugaandaa ga’an Sifen Megersa Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Buqqaatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan 51 Ugaandaa ga’aniiru. Buqqatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan Xiyyaara dhuunfaan har’a ganama…
Oduu biyya keessaa FBC’n mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun dabarse Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Koorporeet magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun laateera.…
Oduu biyya keessaa Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasise Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasiseera. Godinni Goofaa marsaa 3ffaan deeggarsa garagaraa sangoota 231 fi…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattoota bu’uuraa magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattoota bu’uuraa magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaaf Birrii Miiliyoona 15 deeggarsa taasiisaniiru. Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Aanaa Bureetti meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddarbarfamaa turan to’anna jala oolan Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bureetti meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddarbaarfamaa turan to'annoo jala ooluu ibsameera. Konkolaataa meeshaalee…
Oduu biyya keessaa ABUT deeggartoota isaa fi meeshaalee hidhate gatee baqataa jira jedhame Sifen Megersa Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Gareen Shpororkeessaa ABUT deeggartoota isaa fi meeshaalee hidhate gatee baqataa jiraachuu Ajejoonni adda Waraanaa Godina Walloo ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffame Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffameera. Lammiileen Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Faransaay jiraatan raayyaa ittisa…
Oduu biyya keessaa Lo’ee seenaan gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa qonnaan bultoota aanolee Daabaarq saamee baqataa… Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Lo’ee seenaan gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa qonnaan bultoota aanolee Daabaarq saamee baqataa jiraachuu bulchaan bulchiinsa Godina Gondar Kaabaa…