Idil Addunyaa Kirkira lafaa Hayitiitti mudateen namoonni 304 du’an Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Kirkira lafaa cimaa Haayitii rukuteen, yoo xiqqaate namoonini 304 du’aniiru jedhame. Balaa qaqqabeen namoonni 1800 ol madaa’aniiru. Sanbata ganama…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa naannichatti argamu… Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu Kaampaasiin Shaashamannee,barattoota Kaampaasii Dodolaatti barsiisaa… Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu Kaampaasiin Shaashamannee,barattoota Kaampaasii Dodolaatti barsiisaa ture dabalatee,barattoota 536 gosa barnootaa garagaraatin…
Oduu biyya keessaa Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan – Aadde Adaanach… Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan itti aantuun kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota isaanii injifatan Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaa galgala kana gaggeeffameen Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoon darbe Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoo dabarse. Kaabineen bulchiinsa…
Ispoortii Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate. Tapha baniinsaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Amaaraatii buqqa’aniif deeggarsa namoomaa dhiyaachaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Komishiiniin Hoggansaa Ittisa Sodaa Balaa Federaalaa lammiilee naannoo Amaaraa qa'ee fi qabeenya isaaniirra buqqa'aniif deeggarsa taasisaa jiraachuu ibse.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota Kampaasota Roobee fi Goobbaatti ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 110 eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti farreen nageenyaa 170 ol barbadaa’uu ibsame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Karaa Sudaaniin galuun naannichatti gochaa shororkeessummaa raawwaachuuf humnoon badii socho’aa turan 170 ol barbadaa’uu ibsameera. Naannoo…