Oduu biyya keessaa Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan geggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan Mata-duree “Birmadummaa Ityoophiyaa Tiksuu fi ga’ee Oromoo “jedhurratti mari’atamuuf qophaa’e eegalee jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiisaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 903 marsaa 16ffaaf ture eebbisiisaa jira. Barattoota guyyaa…
Ispoortii Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii dhiiga arjooman Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii 'Dhiiga keenyaa Raayyaa Ittisaaf' mata duree jedhuun dhiiga arjoomaniiru.…
Oduu biyya keessaa Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) –Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa onnachiisuuf gara wiirtuu leenjii Raayyaa Ittisa Biyyaa Xollaayi fi Awaash Aarbaatti imalaniif gaggeessaan…
Oduu biyya keessaa Seensa Waldiyaa naannoo Bishaan Gurraachatti waraanni diinaa barbadaa’e jedhame Sifen Megersa Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) – Seensa Waldiyaa naannoo Bishaan Gurraachatti waraanni diinaa kutaa waraanaa 31ffaa Birgaadeer Jeneraal Kabbadaa Fiqaaduun durfamuun barbadaa'uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellaatti shakkamtoonni 93 to’annoo jala oolan Sifen Megersa Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) –Naannoo Gaambeellaatti guyyoota sadan darban sochii taasiifameen shakkamtoonni 93 to'annoo jala ooluu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Haalli Rooba waqtii gannaa cimee itti fufa jedhame Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) - Ejansiin Raaga haala Qilleensaa Biyyaalessa Ityoophiyaa haalli Roobaa waqtii gannaa cimee kan itti fufu ta’uu beeksiise. Ejansichi haala Roobaa hanga…
Oduu biyya keessaa Manni barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa eebbifame Obse Wakgari Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Sirni eebbaa Mana barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa guyyaa har'aa mooraa Yuunvarsiitii Wallaggaa Keessatti geggeeffameera. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saanii haala tajaajila Olaayinii Komishinii Invastimantii Oromiyaa daawwatan Sifen Megersa Aug 13, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) - Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Kilaatera Misooma Magaalota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii haala tajaajila Olaayinii Komishinii Invastimantii…