Oduu biyya keessaa Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas har’a ni eebbifama Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC) - Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Lakkoofsi 1 yaalii oomishaa guyyoota 15 xummuruun har'a ni eebbifama. Guyyaatti shankoorra toonii…
Oduu biyya keessaa Proojektiin waggoota 8f harkifataa ture baatii shan keessatti % 70 irra ga’e Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa Proojektii Hidha Maggacaa daawwataniiru. Dooktar Abiy dhiyeenya magaalaa Goondaritti kan…
Oduu biyya keessaa Proojektiin waggoota 8f harkifataa ture baatii shan keessatti xummurame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa Proojektii Hidha Maggacaa daawwataniiru. Dooktar Abiy dhiyeenya magaalaa Goondaritti kan…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaaf xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa… Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Qonna Gannaa bara oomishaa 2013/2014f xaa'oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonna…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Piroojektoonni gara garaa hojjatamaa turan eebbifaman Obse Wakgari Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) –Magaala Adoolaa Woyyuu fi Aanaa Annaa Sorratti Piroojektoonni birrii miiliyoona 138 oliin hojjatamaa turan xummuramuun eebbifaman.…
Oduu biyya keessaa Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Boru ni eebbifama Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Sukkaaraa Toonii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 3 fi kuma 72 oomishuu dandeettii kan qabu Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas guyyaa Boruu ni eebbifama jedhame.…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Madaalli Ga’umsa Ogummaa barsiisoota naannoo Oromiyaa Caamsaa 30, 2013 ni laatama Obse Wakgari Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Qormaanni Madaalli Ga'umsa Ogummaa barsiisoota naannoo Oromiyaa Caamsaa 30, 2013 kan laatamu ta'uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Buufanni humna ibsaa Yaa’aballoo eebbifame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu buufata Humna Ibsaa Yaa’aballoo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa wixinee labsii baajata bara hojii 2014f Birrii biiliyoona 561.7… Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa guyyaa har’aa wixinee labsii baajata bara hojii 2014 dhiyaate Birrii biiliyoona 561.7 raggaasiiseera. Bajaatichaan…
Oduu biyya keessaa Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu ibsame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu Komishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Qabeenya Jijjiirrama Qilleensaa beeksiise. ‘Qabeenya…