Oduu biyya keessaa Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifame Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifameera. Kilinikichi baasii Birrii miiliyoona 1.5 kan ijaarramee yoo ta’uu, meeshaaleen hundaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 olii… Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa lammiilee iddoolee garaagaraatti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif meeshaalee Birrii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa misooma magaalota naannichaa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu beeksiise Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Proojektoonni misooma magaalaa Birrii Biiliyoona 5 fi miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 82 oliin hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa 3 keessatti abbootiin warraa kumni 600 ol miseeensa inshuraansii fayyaa hawaasaa… Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa 3 keessatti abbootiin warraa kumni 600 ol miseeensa inshuraansii fayyaa hawaasaa ta'aniiru jedhame. Kun kan jedhames gamaaggama…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Ooyruu Qonnaan Bultoota Godina Baalee daawwatan Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Ooyiruu qonnaan bultoota Godina Baalee Bahaa aanaa Gindhiir…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeesiinaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwataniiru. Preezdaantichi har’a Paarkii Indaastirii…
Oduu biyya keessaa WMOn Birrii miiliyoona 300 oliin Finfinnee misoomsuufi Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen Waldaan Misooma Oromiyaa Birrii miiliyoona dhibba 3 oliin magaalaa Finfinnee misoomsuufi…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifame Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifameera. Sirna eebba proojektichaarratti sadarkaa itti…
Oduu biyya keessaa Godina Kibba Wallootti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Godina Kibba Walloo aanaa Booranatti Rasaasni seeraan alaa kumni 3 fi 441 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa biroo to’atamuu Waajjirri Poolisii…
Biiznasii Gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiise Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiisuu…