Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa Birrii miiliyoona 37 oliin ijaarrame eebbifameera.
Itti aantuun…