Mariin Gumii-Balal marsaa 3ffaan dhimma Diinagdee biyyaa guddisuu irratti xiyyeeffate ta’ame
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Mariin idilee qopheessummaa Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan geggeeffamu marsaa 3ffaan Sirna diinagdee hammayyaa’aa karaa…