Ispoortii Diichaa 2 -1 Giyoorgis Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Qidduus Giyoorgis 2 fi 1n injifateera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Qalmi seeraan alaa fayyaa hawaasaaf sodaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Qalmi seeraan Alaa fayyaa hawaasaaf sodaa guddaa ta’uu Dhaabbanni Qeerawwanii magaalichaa ibse. Qalmi seeraan alaa sodaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa manneen gandaa 134 jiraattoota jireenya gadi aanaa keessa jiraataniif dabarse Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee manneen gandaa 134 jiraattoota jireenya gadi aanaa keessa jiraatanii fi qaama miidhamtootaaf dabarseera. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti baatiwwan salgan darban Daandiin Kiiloo Meetirri 441 suphamuu ibsame Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan salgan darban Daandiin Kiiloo Meetirri 441 suphamuu Abbaan Taayitaa Magaalichaa beeksiise. Baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’ataniiru.…
Biiznasii Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan salgan darbanitti Birrii biiliyoona 13.4 bu’aa argachuu… Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiwwan salgan darbanitti Birrii biiliyoona 13.4 bu’aa argachuu beeksiseera. Baankichi raawwii hojii baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegale Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegaleera. Gamaaggamichi bakka hoggantoonni olaanoon Mana marichaa argamanitti…
Oduu biyya keessaa Buufanni Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifame Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Buufanni,laabraatoorii fi gamoon bulchiinsaa Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifameera. Buufanni qulqulleessa dhangala’oo…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Soomaaliyaa yeroo aangoo dheereeffatanii turan haqan Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Foormaajoon yeroo aangoo dheereeffatanii turan haquun filannoon akka gaggeeffamu waamicha dhiyeessan.…
Idil Addunyaa Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii fuulaa malee akka socho’an eeyyamte Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii Afaanii fi funyaanii malee akka socho’an eeyyamteerti. Lammiileen talaallii guutuu…