Gareen ABUT Birrii biiliyoona 6 ol yakka akka itti hin raawwanne taasiifameera – Abbaa Alangaa…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Gareen ABUT erga haleellaa raawwatee eegalee karaa seeraan alaan maallaqa yakka ittiin raawwachuuf ture Birrii biiliyoona 6.7 ol akka itti hin fayyadamne…