Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Liigii olaanoo biyyaalessaa keessatti morkataa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi'uu mirkaneeffateera.…