Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa magaalaa Naqamtee daawwataa jira
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa…