Bu’uuraalee misoomaa Elektirikiirra miidhaan birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu qaqqabe
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee iddoo addaa Impeeriiyaal jedhamuun beekkamutti sarara daddabarsa elektirikaa lafa keessa awwaallamee jiru kiiloo…