Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo raawwatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo har’a waaree boodaa bakka maatiin, Firoottan, jalleewwan ogummaa fi dinqisiifattoonni isaa argamanitti…
Teeknooloojii Dhaabbanni Facebook fuulawwan Gibts taa’anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni guddichi miidiyaa hawaasummaa Facebook fuulawwan Gibts taa'anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo tatamsaasan haquu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii artiif beekkamtii laatan Obse Wakgari Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministeera FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Inxooxxootti ogeeyyii artiif beekkamtii laataniiru. Sagantichi mata duree ‘Ityoophiyaa waan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark Jeep…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa qabate Obse Wakgari Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa kabajaa jira. Daandiin qilleensichaa waggaa 75 dura akkumaa guyyaa har’a…
Oduu biyya keessaa Lammiileen biyya keessaa fi alaa karaa seeraan alaa daddabarsa maallaqaarratti hirmaataan to’annaa… Obse Wakgari Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Lammiileen biyya keessaa fi alaa karaa seeraan alaa daddabarsa maallaqaarratti hirmaataan to’annaa jala oolaniiru. Koomishinii Poolisii Federaalaatti…
Fayyaa Qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan guutuutti hojiirra… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa daraan dabalaa dhufuu isaan qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’ataman Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Komiishinichi ergama biyyaa irraa ka’aamee sirnaan akka ba’uu qaamoleen ilaallatuu deeggarsaa fi… Obse Wakgari Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensootaa komiishinii bulchiinsa dhimmoota daangaa fi eenyummaa waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Wayita Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaa ta’uun Preezdaantiin Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii…