Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daawwannaa Eertiraatti taasiisan xumumuran deebi’aniiru Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Eertiraatti taasiisan xumumuran har’a gara biyyaa deebi’aniiru.…
Oduu biyya keessaa Loltoota Eertiraa daangaa Ityoophiyaa baasuun raayyaa ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakka buusuuf… Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Loltoonni Eertiraa daangaa Ityoophiyaatii akka ba’aanii fi raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakkicha akka bu’u Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant…
Oduu biyya keessaa Balaan Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudate Sifen Megersa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudachuu ibsame. Balaa Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudate dhaamsuuf…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,949 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 25, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 16 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,949 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 23 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota sadi keessaa tokkorratti Covid-19 argamuu danda’a –… Sifen Megersa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota sadi keessaa tokkorratti Covid-19 argamuu akka danda'u Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa… Wabi Fufa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa Mirgoota Namoomaa sarbiinsa mirga namoomaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa gale Wabi Fufa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa galeera. Jilichi waayita buufata xiyyaaraa Asmaraa ga’uti…
Oduu biyya keessaa Waan karoorfanne jechaan osoo hin taane gochaan hojjennee agarsiisaa jirra. obbo Dhaabaa Dabalee Wabi Fufa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Qamadii Gannaafi Jallisiin oomishame kuntaala miliyoona 1 gabaa biyyolessaaf dhiheessuuf waliigalteen mallattaa'e. Yuuniyeenota qonnaan…
Ispoortii Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu ni gaggeeffama Sifen Megersa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Saganticha ilaalchisee koreen biyyaalessaa qophii sagantichaa har’a ibsa laateera. Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu…
Oduu biyya keessaa Godina wallaggaa Bahaattii biqiltuun bunaa miiliyoona 100 fi miiliyoona 14 ol qophaa’e Wabi Fufa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) –Godina wallaggaa Bahaatti biqiltuun bunaa miiliyoona 100 fi miiliyoona 14 ol waqtii Gannaa dhufu dhaabbachuuf qophaa’uu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya…