Ityoophiyaan biyya lammiileen hundi walqixxummaan keessa jiraatan ta’uu qabdi-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad walga’ii mana maree bakka bu’oota uummataarratti gaaffii miseensota mana marichaarraa ka’aniif…