Ityoophiyaatti baatiwwan 6 keessatti yaaliin haleellaa saaybarii 976 taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Bara baajata baatiwwan 6n darbanitti yaaliin haleellaa saaybarii 976 dhaabbilee Ityoophiyaatti taasifamuu Eenjansiin Nageenya Infoormeeshinii…