Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin bilbilaan mari’atan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee , Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Jee Bliinkaan waliin bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Agarsiifni duula addaa humna qilleensaa Duukamitti gaggeeffame Wabi Fufa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Xumura leenjii duula addaa humna qilleensaa irratti agarsiifni utaalcha qilleensarraa Duukamitti gaggeeffameera. Agarsiisicha irratti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qaamolee ayyaanni Injifannoo Adwaa karaa nagaan akka kabajamu taasiisan galateeffatan Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) –Itti aantuun Kaantiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee ayyaanni Ijifannoo Adawaa waggaa 125ffaan karaa nagaan akka kabajamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa itti fufti – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa eegalte itti fufti jedhan itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Adwaarratti walqixa waliin kufnee kaanee ummata gurraachaaf mallattoo injifannoo taane –… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Sirni cufiinsa waltajjii marii ‘Boqonnaa Abdii Haaraa’ guyyoota sadiif itti fufiinsaan taasiifamaa ture addabaabay Michummaatti…
Oduu biyya keessaa Biyya misoomsuu fi jijjiiruuf tumsii fi walkabajuun ni barbaachisa – Aadde Adaanachi Abeebee Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Biyya misoomsuu fi jijjiiruuf tumsii fi walkabajuun, gadi of qabanii hojjechuu fi dhaamaatii gaafata jedhan itti aantuun Kaantibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy lammiilee Tigraayiif birrii kuma dhibba 2 fi kuma 16 deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif Birrii kuma dhibba 2 fi kuma 16 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummurame – Komishinii Poolisii Finfinnee Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummuramuu Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise. Ayyaanni injifannoo Adwaa…