Oduu biyya keessaa Galmeen filaattoota gara Bitooteessa 16tti jijiirrame Obse Wakgari Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Guyyaan galmee filattootaa kana dura guyyaa qabameef Gurraandhala 22, 2013 gara Bitooteessa 16, 2013tti jijjiirramuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababbeeffachuun mariin paanaalii gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababbeeffachuun mariin Paanaalii mata duree ‘Awaa ilaalcha hayyoota seenaan” jedhu Magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa geessanii dabarsan Obse Wakgari Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji… Wabi Fufa Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji Tokkummaa Sabdaneessummaa’’ dhaadannoo jedhuun…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan ispoortii aadaa marsaa 18ffaa fi feestivaalli ispoortii aadaa 14ffaan kaleessa… Wabi Fufa Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan ispoortii aadaa marsaa 18ffaa fi feestivaalli ispoortii aadaa 14ffaan kaleessa magaalaa Dirre Dawaatti eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti sirni proojaktii ijaarsa daandii baasii Birrii biiliyoona 3.4 eeggalchisuu… Wabi Fufa Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sirni proojaktii ijaarsa daandii baasii Birrii biiliyoona 3.4 eeggalchisuu raawwatameera. Proojaktii ijaarsa daandii…
Idil Addunyaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa hidhattoota Alshabaab 9 ajjeese Obse Wakgari Mar 1, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Somaaliyaatti Humni Nageenyaa kabachiisuu Gamtaa Afrikaa jalatti kan argamuu Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa garee Alshabaab irratti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu… Sifen Megersa Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Mootummaan Federaalaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif xiyyeeffannoo laatee hojjechaa jiraachuu ibseera. Hojiin hojjetamaa jirus dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii michummaatti Konsartiin… Sifen Megersa Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii Michummaatti Konsartiin gaggeeffameera. Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa naannoo Tigraayiif birrii miiliyoona 100 fi meeshaalee birrii miiliyoona… Sifen Megersa Feb 28, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona dhibba 1 fi meeshaalee Birrii miiliyoona 35tti tilmaamamu deeggarsa taasiiseera.…