Oduu biyya keessaa Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira. Hoogganaan Biiroo Fayyaa naannichaa Root Gaatooch naannichatti damee fayyaa…
Fayyaa Aadde Adaanach Abeebeeb hospitaala Yakkaatiit 12 daawwatan Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aantuun kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen guyyaa yaadanno wareegamtootaa Gurraandhala 12 sababeeffachuun Hospitaala…
Oduu biyya keessaa Boordichi marsaa 3ffaan dhaabbilee waldaa Siiviilii 57f beekkamtii laachuu ifoomse Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera. Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama… Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama kutaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa eegale Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa Konfaransii Qorannoo Paarlaamaa 1ffaa ‘Paarlaamaa, Deemookraasii fi mirga namoomaa’ mata duree jedhuun gaggeessuu…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy… Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy Ahimadiif qabaniif hiriira nagaa bahuun ibsaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Wixinee labsii fandii misooma qabeenya bishaanii naannoo Oromiyaa hundeessuuf qophaa’erratti… Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Wixinee labsii fandii misooma qabeenya bishaanii naannoo Oromiyaa hundeessuuf qophaa’erratti qooda fudhattoota waliin mari’atameera.…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa Maannaa ganda Harootti hojii misoomaa… Obse Wakgari Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misoomaa baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa 84ffaan kabajameera Sifen Megersa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Siidaa yaadannoo wareegamtootaa Gurraandhala 12 tti argamuun abaaboo…
Oduu biyya keessaa Murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeessuuf hojiileen dandeessisan raawwatamaa jiraachuu… Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) - Koreen hojii raawwachiiftuu murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa murtoo ummataa gaggeessuuf hojiilee dandeessisan raawwachaa jiraachuu ibseera.…