Oduu biyya keessaa Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame. Jiraattoonni aanaalee godinichaa hundarra…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan talaallii Covid-19 Ityoophiyaaf laachuuf qophii ta’uu beeksiifte Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu biyyi isaanii Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 laachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mufariyaat Kamiil Ministira Misoomaa idila addunyaa Kaanaadaa Kaariinaa Goold waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala, 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Misoomaa idila addunyaa Kaanaadaa Kaariinaa Goold waliin interneetiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'an. Bakka bu'aan daayreektar jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Maarqos Takleen gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Gibts waliin dhimma hidha… Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Gibtsitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Maarqos Takleen gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Gibts ambaasaaddar Sheeriif Isaa waliin dhimma Hidha…
Oduu biyya keessaa Af yaa’ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii… Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Af yaa'ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa obbo Taaddasaa Tafarraan aangorraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomse Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomseera. Boordichi haaluma gabatee yeroo filannoo…
Oduu biyya keessaa Miidhaa gareen ABUT bu’uuraalee misoomarraan geessiiseen biyyattiin galii tajaajilaarraa… Sifen Megersa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Miidhaa olaanaa gareen ABUT bu'uuraalee misoomarraan geessiiseen dhaabbileen tajaajilarraa galii argachuu malan birrii biiliyoona 2.9 ol dhabuu…
Oduu biyya keessaa Mariin ummataa daangaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa jiraatuu cimsuu irratti xiyyeeffate magaalaa… Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Mariin walitti dhufeenyaa fi misooma waliinii ummataa daangaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa jiraatuu cimsuu irratti xiyyeeffate magaalaa Boonsa…